JiT Students Union – Telegram
JiT Students Union
6.88K subscribers
711 photos
16 videos
70 files
167 links
Jit SU is the voice of jit students, serving as link between student and the Institute.
Download Telegram
Zoom godhaatii dubbisaa!
👍1
👍2
👍1
Bakki galmee biiroo gamtaa barattootaa jit kilinika gubbaarratti


Memezgebiya bota ye jit temariwoch hibret biro
👍1
Dilbata (3/11/2024 ykn 24/2/2017)
Baga Ayyaana Irreessa Hora Dungee(Jimmaa) kan bara 6418'tiin isin gahe!
Oromoon yoom akka Irreessa eegale beekamuu baatus garuu waggoota Kuma hedduu dura laga Mormor ykn Abbayya Gurraachatti akka Irreessataa ture kitaabonni tokko tokko ni dubbatu.
Irreessi Hora Dungee akka lakk Habashaatti 2012 eegalame sana dura laga Booyyee fi malkaawwan kaanitti Irreeffatamaa ture.
Irreessi gosa baayyee qaba garuu warri ijoon Irreessa Malkaa, Irreessa Tulluu fi kan maatii waliin kabajamu Abdaarii (Mijjirii) dha.
Irreessi Birraa ji'oota Fulbaanaa hanga Sadaasaa keessa kan kabajamu yoo ta'u akka waaltinaatti Fulbaana gara dhumaa Masqala booda kabajama.
Oromoon Waaqa ganna keessa isa dabarsee Birraa bariisiseef galateeffachuuf akkasumas Bona dhufu akka gogiinsa jalaa oolchu kadhatachuuf Malkaatti walarga.
Irreessi Tulluu ammoo ji'oota Bitootessa, Ebilaa fi Caamsaa keessa kabajama akka waaltinaatti Eebila gara dhumaa tulluutti bahee Waaqa bona nagaa godheef galateeffachuuf akkasumas ganna itti dhufaa jiru akka nagaan dabarsu kadhatata.
Haaluma kanaan qe'een barattootaa fi hawaasa Yunibarsiitii Jimmaa "Gumiin Dagaagina Aadaa, Seenaa fi Afaan Oromoo, GDASAO'n " barattootaa fi hawaasa Yunibarsiitii keenyaa akkasumas jiraattota magaalaa Jimmaaf waamicha jaalala Oromummaa irraa madde isiniif dhiyeessiti!
Barattoonni uffata aadaa barbaaddan karaa lakk bilbilaa 0916230806 argachuu dandeessu!
Bakki walargaa Hoteela Araamaayik fuulduratti Dilbata ganama sa'aa 12 irratti!
Irreessi milkii
Barri quufa
Gadaan gabbina, gabbisi Waaq!
Gumii Dagaagina Aadaa, Seenaa fi Afaan Oromoo Yunibarsiitii Jimmaa irraa.
👍13🤯4😁1
2ኛ አመት Other Natural Science ተማሪዎች ዛሬ ወደየተመደባችሁበት ካምፓስ ስለምትሄዱ አሁን ከጠዋቱ እስከ 3ሰአት ባለው ጊዜ ውስጥ ክሊኒኩ ጋር ተሰባስባችሁ እንድጠብቁ ስንል እናሳስባለን።
👍1
JiT Students Union
ወደ አጋሮ ካምፓስ የተመደባችሁ ምትሄዱበት ቀን ወደ ነገ ስለተራዘመ ነገ ጠዋት እንድትገኙ ስንል እናሳስባለን።
ወደ አጋሮ ካምፓስ የምትሄዱ ተማሪዎች ዛሬ ከቀኑ 8 ሰአት ላይ ክሊኒኩ ፊትለፊት እንድትጠብቁን፤ ስለተፈጠረው መዘግየት ትልቅ ይቅርታ እንጠይቃለን።
Barattoonni gara Mooraa Agaroo deemtan hardha sa'aatii 8:00 irratti kilinika fuulduratti akka argamtan .
👍2
JiT Students Union
Bakki galmee biiroo gamtaa barattootaa jit kilinika gubbaarratti Memezgebiya bota ye jit temariwoch hibret biro
guyyaan galmee haga boru seatii 11 qofa

የምዝገባ ቀን እስከ ነገ 11 ሰአት ብቻ ነው
👍1
🔴Good news!!

Hi everyone how are you?

If you have some tournament skill this is for you. There will be tournament soon so if you want to join the futsal tournament and also fulfill the criteria come and register in sport office.

መልካም ዜና!!

የተወሰነ የፉትሳል ችሎታ ካላችሁ ይህ ለእናንተ ነው ። በቅርቡ የፉትሳል ውድድር ይካሄዳል። ስለዚህ በውድድር ለመካፈልና መስፈርቱን ሙሉ በሙሉ ምታሟሉ ከሆነ መጥታችሁ በስፖርት ቢሮ ውስጥ መመዝገብ ትችላላችሁ።

Good luck!!
መልካም ዕድል!!
👍4🔥2
🚨Hubachiisa

Hardha  guyyaa   29/02/17 waaree booda irra jalqabe  zonii 4 (block 1-4) fi dubartoota  biraa zonii 1(block 4-7) keemikaalaa   almaz  ballessu   waan  dibamuuf    nannoo sanatti  akka hin argamne  isin hubachiifna

🚨ማሳሰቢያ

ከዛሬ 29/02/17 ከሰአት በኋላ በዞን 4 (ብሎክ 1-4) እና ሴቶች ጋር  በዞን 1(ብሎክ 4-7)  የአልማዝ አጥፊ ኬሚካል ስለ ሚረጭ እዛ አከባቢ እንዳትገኙ እናሳስባለን ።
😁26👍9👏42
Hubachiisa

Barataan kamuu yeroo mooraa mana barrumsa baattan waraqaa enyummaa akka qabatan  isin hubbachiifna.

ማሳሰቢያ

ማንኛዉም ተማሪ ከግቢ በምትወጡበት ሰዐት ID ይዛችሁ እንድትወጡ እናሳስባለን!!
👍8🤔21🥰1
🚨Hubachiisa

akkuma asiin dura isin beksisuuf yaalletti Wixata iraa jalqabe keemikaalaa   almaz  ballessu   waan  dibamuuf    sagantaa armaan ooliin   baka ramadamtanitti  meshaa kessan  qabatanii akka deemtan isin hubbachiifna .

🚨ማሳሰቢያ

ከዚህ በፊት ለማሳወቅ እንደሞከርነው የአልማዝ አጥፊ ኬሚካሎች ከሰኞ ጀምሮ መረጨት ስለሚጀምር ከላይ  ባለው  መርህ ግብር  እቃዎቻቹን  ይዛችሁ  እንድትሄድ  እናሳስባለን ።

ለ 24 ስአት  ብቻ
se'atti 24 qofaaf
💩10👍6😁3
Forwarded from Lensa Dereja
Have You Registered for The Dereja Academy Accelerator Program (DAAP) Yet? 🔔

The Dereja Academy Accelerator Program (DAAP) is open for registration, and we want YOU to be part of this transformative experience.

Don’t miss out on this opportunity!

Why join DAAP?
Enhance your professional skills
Develop Soft Skill
Mentorship from industry experts

Take the first step towards a brighter future. Register nowl!

Click here 👇🏽 to apply : https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSfx2p-iQDWsS_Uc8fBX4jLf2HJII7_7X8-96xzUQlirmixvuQ/viewform

#Dereja #DAAP2024 #RegisterNow #ProfessionalDevelopment
ከእጃችን እስከ እጅዎ
በፍጥነትና ታማኝነት!!



@JimmitiDelivery

#JimmitiDelivery #jimma #jimmadelivery #delivery
🤔9🔥2🥰2👍1
Baratootni   garaa   zonii 2ffaa  deemtan amma irra jalqabe   gara aadde duraan turtanitti debi'u  ni dandesu
👍21
ወደ ዞን 2 የሄዳቹ ተማሪዎች ከአሁን ሰኣት ጀምሮ ወደ ቀድሞው ቦታቹ መመለስ ትችላላቹ።
👍2🥰2
ዞን 2 block (3 & 4) ያላቸው ተማሪዎች ወደ ዞን 4 ከነገ ጠዋት ጀምሮ እንድትገቡ እናሳስባለን ።

Barattonni zonii 2 block(3 & 4) jirtan boru ganama irraa eegalee garaa zonii 4ffaatti akka galtan isin hubbachiifna
👍41🤔1