JiT Students Union – Telegram
JiT Students Union
6.88K subscribers
711 photos
16 videos
70 files
167 links
Jit SU is the voice of jit students, serving as link between student and the Institute.
Download Telegram
GC-COMMITTEE

Kabajamtootaa fi jaallatamtoota barattoota yunivarsiitii jimmaa yeroo gabaabaa keessatti gamtaan barattootaa 'GC-Committee' kan dhaabu ta'a.

'GC-Committee'n dhaabbatu kun guyyoota garaagaraa kabajuus ta'ee wantoota barattoota eebbifamtootaaf barbaachisan hunda irraatti kan hojjatan ta'u.

'GC-Committee' dhaabbatuun ala barataan kamuu(dhunfaanis ta'ee gurmaahuun) sochii garaagaraa kamiyyuu (Guyyoota kabajuu(days), 'T-shirt' qopheessuu, fi kkf) gochuu kan hin dandeenye ta'uu isiniif ibsina.

Barataa kana darbee argame kamuu irratti tarkaanfiin 'diispiliinii' barbaachisa ta'e kamuu kan irratti fudhatamu ta'a.

የተወደዳችሁና የተከበራችሁ የጅማ ዬኒቨርስቲ ተማሪዎች በቀጣይ ጥቂት ቀናት ውስጥ የGC-Committee ህብረቱ የምያቋቁም ይሆናል፡፡

የGC-ኮሚቴው የሚከበሩ በዓሎችን(Days) ጨምሮ ሌሎች ለተመራቂ ተማሪዎች የሚያስፈልጉ ነገራቶችን የሚሰራ ይሆናል፡፡

ከGC-ኮሚቴ ውጪ ዬትኛውም ተማሪ( በግለሰብ ደረጃም ሆነ ተደራጅቶ) ምንም አይነት እንቅስቃሴ(ዴዮች ማክበር; ቲ-ሸርት ማዘጋጀት;...ወ.ዘ.ተ) ማድረግ የማይቻል መሆኑን እናሳውቃለን፡፡
ይህንን ተላላፎ በተገኘ ዬትኛውም ተማሪ ላይ አስፈላጊው የዲስፕሊን ዕርምጃ የሚወሰድ መሆኑ እናሳስባለን፡፡




SHARE SHARE SHARE!!!
🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺
@JUSU1
@JUSU1
@JUSU1
🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻
Jimma university student's union
Dear 5th year JiT students
***
Reminding your registration progress,
The students who did not register up to now, Your 2nd semester registration is active online right now. Therefore you can register online today Wednesday March 23, 2022 only.
N.B. The students who did not registered on the specified date will withdrawn from JiT and you will not get any service starting from Thursday March 24, 2022.
Dear 5th year , The registration is active only till 7:30 local time (Today). If you are failed to send the request within this time, it is your responsibility to deal with it! Thank you!
Forwarded from Jimma Institute of Technology (JiT)-Official (Alebe Tenna)
Dear 3rd and 4th year JiT students
*******
Your 1st semester registration is active online right now. Therefore you can register online starting from today March 25 up to Saturday March 26, 2022 only.
N.B. The students who did not registered on the specified date will withdrawn from JiT and you will not get any service starting from Monday March 28, 2022.
Sagantaa Hogbarruu
Sagantaa Hogbarruu
qophaa'e kanarratti barattoonni hirmaachuu barbaaddan irbaatni sa'aa 10 irraa eegalqmee kan isiniif qophaa'e waan ta'eef nyaattanii konkolaataan gara mooraa guddichaa isin geessuu fii akkasumas achii isin deebisu qophaa'eera.
Kanaafuu sa'aa 10:00 irratti konkolaataan kiliinika fuulduratti waan isin eeguuf isaan gara sana deemuu dandeessu
👍1
ወደ ፕሮግራሙ ለሚሄድ እራት ከ 10:00 ጀምሮ የተዘጋጀ ሲሆን ወደ ፕሮግራሙ የምወስደችሁ መኪና ክሊኒክ ፊትለፈት ተዘጋጅቷል እንድሁም ከዛ መልስም የተዘጋጀ መኪና ስላለ ሂደዉ ፕሮግራሙን እንዲታደሙ ተጋብዘዋል ።
Barattoota Mooraa JiT Hundumaaf
Guyyaa wiixataa(19/07/2014)irraa jalqabee barataan kutaa seenee barnoota idilee hinjalqabne tajaajila barataaf kennamu kamuu irraa kan ugguramu ta'uu isin beeksifna.
(from students service director )
🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽
Join Us 🔍🔍 🔍
@jit_Su
@jit_Su
🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼
Gaaffii/Yaadaaf/ለ ጥያቄ /ሀሳብ
✉️✉️
@Tell_me_jit
@tell_jit
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
INVITE OTHERS
SHARE SHARE SHARE!!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Dear 1st year pre engineering students,

As it is announced, you will be choosing your department of interest on next week.
As a tech club we will try to assist you by providing answers for your questions regrading departments which are found in our compound. Therefore, you can forward your questions using this bot @JIT_TECH_CLUB_bot starting from now 😊

@JIT_TECH
🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽
Join Us 🔍🔍 🔍
@jit_Su
@jit_Su
🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼
Gaaffii/Yaadaaf/ለ ጥያቄ /ሀሳብ
✉️✉️
@Tell_me_jit
@tell_jit
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
INVITE OTHERS
SHARE SHARE SHARE!!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
For all JiT students
Barattoota Waggaa 2ffaadhaa hanga 5ffaa jirtan warra hin galmaa'in hundumaaf
Guyyaan galmee keessanii akka dhumate nibeekama ta'us garuu barattoonni hin galmaa'in waan jiranuuf guyyaa wiixataa fi kibxataa adabbiidhaan akka galmooftan isin beeksifna.

ከ 2ኛ እስከ 5ኛ ዓመት ተማሪ ሆናችሁ ያልተመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ
ዛሬ ሰኞ እና ማክሰኞ በ ቅጣት እንድትመዘገቡ እናሳስባለን ።
🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽
Join Us 🔍🔍 🔍
@jit_Su
@jit_Su
🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼
Gaaffii/Yaadaaf/ለ ጥያቄ /ሀሳብ
✉️✉️
@Tell_me_jit
@tell_jit
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
INVITE OTHERS
SHARE SHARE SHARE!!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
🙏🙏🙏please share 🙏🙏🙏
Guyyaan adabbiidhaan galma'amu hadha dhumata waanta'eef barattoonni hin galmaa'in yoo jiraattan akka hadha galmooftan!!!!!!!

በ ቅጣት የመመዝገቢያ ቀን ዛሬ ስለሚያበቃ የልተመዘገባችሁ ተማሪዎች ዛሬዉኑ እንዲመዘገቡ እናሳዉቃለን።
🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽
Join Us 🔍🔍 🔍
@jit_Su
@jit_Su
🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼
Gaaffii/Yaadaaf/ለ ጥያቄ /ሀሳብ
✉️✉️
@Tell_me_jit
@tell_jit
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
INVITE OTHERS
SHARE SHARE SHARE!!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
For 1st year
Barattoonni department hin filatin hanga hadha sa'aa 7:00 tti akka filattan isin beeksifna.

Department ያልመረጣችሁ ተማሪዎች እስከ ዛሬ 7:00 እንድትጨርሱ እናሳስባለን።

Departmentii filattan erra deebi'uun ilaaluun akka mirkaneeffattan

የመረጣችሁትን ደግመው በማየት እርግጠኛ ይሁኑ።
🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽
Join Us 🔍🔍 🔍
@jit_Su
@jit_Su
🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼
Gaaffii/Yaadaaf/ለ ጥያቄ /ሀሳብ
✉️✉️
@Tell_me_jit
@tell_jit
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
INVITE OTHERS
SHARE SHARE SHARE!!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
GALMEE /ምዝገባ
Barattoonni poortaaliidhaan galmooftanii fi akkasumas srs dhaan galmooftanii isin dide hundi keessanuu maqaa keessan department fi ID keessan barreessaatii
Biiroo gamtaa barataa ykn Fooramii nageenyaatti akka fiiddan wal galmeessaatii

በ ፖርታል የተመዘገባችሁ እና በ ተመዘገባችሁ አልሰራ ያላችሁ ተማሪዎች ስም ዲፖርትመንት እና ID መዝግባችሁ እስከ ዛሬ 2:00 ድረስ በተማሪዎች ህብረት ቢሮ እንድታመጢ።
BARATTOONNI KANAA OLITTI TARREEFAMTAN HANGA YOO'ANAA WAAN HINGALMAA'INIIF HADHUMA AKKA GALMOOFTAN!

ከዚህ በላይ ስማችሁ የወጣ ተማሪዎች እስካሁን ስላልተመዘገባችሁ ዛሬዉኑ እንድትመዘገቡ እናሳስባችኋለን ።

ADABBIIDHAAN
በ ቅጣት
🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽
Join Us 🔍🔍 🔍
@jit_Su
@jit_Su
🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼
Gaaffii/Yaadaaf/ለ ጥያቄ /ሀሳብ
✉️✉️
@Tell_me_jit
@tell_jit
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
INVITE OTHERS
SHARE SHARE SHARE!!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
👆👆👆👆👆👆
Barattoonni kunniin caffee maqaan keessan waan dhaqeef akka nyaatas fayyadamtan!
ስማችሁ ካፌ ስላለ ሂዳችሁ መመገብ ትችላላችሁ ።
🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽
Join Us 🔍🔍 🔍
@jit_Su
@jit_Su
🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼
Gaaffii/Yaadaaf/ለ ጥያቄ /ሀሳብ
✉️✉️
@Tell_me_jit
@tell_jit
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
INVITE OTHERS
SHARE SHARE SHARE!!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
BAGA GEESSAN
Barattoonni keenya muslim Ramadaan karim hundi keessanuu baga ittiin isin gahe.

ለሙስልም ወንሞች እና እህቶቻችን ለተከበረዉ ለረመዳን ወር እንኳን በሰላም አደረሳችሁ።
🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽🔽
Join Us 🔍🔍 🔍
@jit_Su
@jit_Su
🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼🔼
Gaaffii/Yaadaaf/ለ ጥያቄ /ሀሳብ
✉️✉️
@Tell_me_jit
@tell_jit
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
INVITE OTHERS
SHARE SHARE SHARE!!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
GALMEE
ምዝገባ

Kabajamtoota barattoota keenyaa! guyyaan galmee inni dhumaa wiixata waan ta'eef Qaamaan argamuun adabbii isinirraa eegamu kaffaluun akka galmooftan isin hubachiifna!
Ergaa kana guruuppii keessanirratti waliif qoodaa maalo

ዉድ ተማሪዎቻችን ስኞ የመጨረሻ የምዝገባ ቀን መሆኑን አዉቃችሁ ሬጅስትራር በ ግንባር በመቅረብ ቅጣታችሁን ከፍላችሁ እንድትመዘገቡ በ ጥብቅ እናሳስባለን።
ይህን መልእክት በየጉሩፑ ሼር ያድርጉ ።