JiT Students Union – Telegram
JiT Students Union
6.88K subscribers
711 photos
16 videos
70 files
167 links
Jit SU is the voice of jit students, serving as link between student and the Institute.
Download Telegram
👍2
kana fakkaata gatiin maxxanfame
እዬን ይመስላል አዲሱ ዋጋ
👍3👏1
Kabajamtootaaf Jaallatamtoota Barattoota yuuniversiitii jimmaa hundi.
Haala qabatamaa biyyi keenya Amma keessa jirtuun walqabatee yeroon
Barattootni dhaabbilee barnoota Olaano 2:00 tti moraatti akka deebitanu
Waan murataa'eef hanga saatii lamaatti moraatti akka deebitan kabajaan
Isin hubachiisna.
ውድ እና የተከበራችሁ የጅማ ዩኒቨርሲቲ  ተማሪዎች በሙሉ
ወቅታዊ ሃገራዊ ጉዳይ አስመልክቶ የግቢያችን መግቢያ ሰሃት
2፡00 መሆኑን አውቃቹ በግዜ ከውጭ እንድትገቡ እናሳስባለን።

Jimma University Students Union
🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺

@JUSU1
@JUSU1
@jit_Su
🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺
የጅማ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች ህብረት
Jimma University Students Union
👍17😁2🤯2💩2
ዶ/ር ጀማል አባፊጣ ለአዲስ ገቢ ተማሪዎች ያስተላለፉት መልዕክት
የካቲት 6/2015 ፣ ጅማ ዩኒቨርሲቲ
*********************
ውድ ተማሪዎቻችን
የምዕራቧ ፈርጥ በሆነችው ታሪካዊቷ የጅማ ከተማ የሚገኘው ፣ አንገፋውና በማሕበረሰብ ተኮር ትምህርት ፍልስፍናው በሃገራችን ግንባር ቀደም ወደ ሆነው ዩኒቨርሲቲያችን ጅማ ዩኒቨርሲቲ በመመደባችሁ እንኳን ደስ አላችሁ !
እጅግ አስቸጋሪና ከባድ የነበረውን የዘንድሮውን የ12ኛ ክፍል ማጠናቀቂያ ፈተና በማለፍ የዩኒቨርሲቲ መግቢያ ውጤት በማስመዝገብ ምርጫችሁን ጅማ ዩኒቨርሲቲ በማድረጋችሁ የተሰማኝን ደስታ በራሴና በመላው የዩኒቨርሲቲያችን ማኅበረሰብ ስም ለመግለፅ እወዳለሁ!

ውድ ተማሪዎቻችን
በጅማ ዩኒቨርሲቲ በሚኖራችሁ ቆይታ ከልጅነታችሁ ጀምሮ የሰነቃችሁት ራዕይ ተሳክቶ ፣ ውጤታማ እንድትሆኑ ለማስቻል መላው የጅማ ዩኒቨርሲቲ ማኅበረሰብ የሚጠበቅብንን ሁሉ ለማድረግ አስፈላጊውን ሁሉ ዝግጅት አድርገን እየጠበቅናችሁ እንገኛለን።
በቆይታችሁ በዩኒቨርሲቲያችን ብቸኛውና ልዩ በሆነው በማኅበረሰብ ተኮር የትምህርት ፕሮግራማችን በመሳተፍ በክፍል ውስጥ የምትማሩትን የንድፈ ሃሳብ ትምህርት ወደ ተግባር በመቀየር ተግባራዊ ልምድ የመቅሰም ዕድል ከማግኘታችሁም በላይ በእንግዳ አክባሪነቱና በፍቅሩ የሚታወቀውን የጅማ አባጅፋርን ህዝብ በቅርበት የማወቅ እድል ይኖራችኋል። በዚህም ከትምህርት ባሻገር ለዘመናት የሚታወስ ትዝታን ትሸምታላችሁ !
😁17👍9🤯2
ውድ ተማሪዎቻችን
እናንተ ሁሌም ውዶቻችን ናችሁ ! ለዚህም የመምህራኖቻችን ፣ የሰራተኞቻችን የስራ ሃላፊዎቻችን ሁሉ ዋነኛ ትኩረት እናንተ ተማሪዎቻችንና የናንተ ትምህርት ነው ፣ በመሆኑም የናንተን ደህንነት፣ የናንተን ምቾት፣ የናንተን ውጤታማነት ለማረጋገጥ የምንቆጥበው ሃብት አይኖርም ! ስኬታችን ስኬታችሁ ነው ከዚያ ሌላ የስኬት መለኪያ የለንም !

ውድ አዲስ ገቢ ተማሪዎቻችን
በድጋሚ ጅማ ዩኒቨርሲቲ በመመደባችሁ እንኳን ደስ ያላችሁ እያልኩ ፣ ቆይታችሁ ያማረ ይሆን ዘንድ ጥልቅ ምኞቴን ልገልፅላችሁ እወዳለሁ

ጀማል አባፊጣ (ፒ ኤች ዲ)
ፕሬዚደንት

Jimma University
😁23👍8🤔5
Dear 2015 E.C. (2023) Prospective graduating UG Students
**********************************
Please try to register, since the quota is limited first come first served.
To register follow this Link;
https://lnkd.in/dwjp9K-t; or Scan the QR code
👍13😁3
Beeksisa Ariifachiisa
kabajamtoota fi jaallatamtoota moora jit bakka buutonni kutaa barnoota(Rep) eebbifamtoota bara kanaa hundaaf qofa
bulchiinsi moora keenya waae qormaata baumsaa(Exit Exam) isinii walii marii taasisu waan barbaaduuf hundi keessanu akka irratti hirmaattan isin beeksifna
yeroon:-hadha waare booda saati 8:00
Bakki walgahicha waajjira Sceintific diroctor registerar

አሰቾካይ ማስታወቂያ
ዉድና የተከበራቹ የ 2015 የዘንድሮ ተመራቂ የትምህርት ክፍል ተወካይ የሆናቹ በሙሉ የጊቢያችን አስተዳደር ስለ መዉጫ ፈተና(Exit Exam) ሊአወያያቹ ስለሚፈልግ ሳትቀሩ ሁላቹም እንድትገኙ እናሳዉቃለን
ቦታ አሰተዳደር ፎቅ (scientific diroctor) ቢሮ
8:00 ሰዓት ላይ
👍101
JiT Students Union pinned «Beeksisa Ariifachiisa kabajamtoota fi jaallatamtoota moora jit bakka buutonni kutaa barnoota(Rep) eebbifamtoota bara kanaa hundaaf qofa bulchiinsi moora keenya waae qormaata baumsaa(Exit Exam) isinii walii marii taasisu waan barbaaduuf hundi keessanu akka…»
Barattoota Gc hundaaf
harra waare booda saati 8:00 irratti galma guddaa reejistaraalatti mata duree waae qormaata bahumsaarratti moora waliin mariin waan jiruuf hundi keessanu irratti argamaa

ለተመራቂ ተማሪዎች በሙሉ
ዛሬ በትልቁ አድሚን አዳራሽ  ከ መዉጫ ፈተና ጉዳይ ጋር ተያይዞ ዛሬ 8:00 ላይ ከጊቢያችን ጋር ዉይይት ስለሚኖረን ሁላቹም እንድትገኙ።
👍6
JiT Students Union pinned «Barattoota Gc hundaaf harra waare booda saati 8:00 irratti galma guddaa reejistaraalatti mata duree waae qormaata bahumsaarratti moora waliin mariin waan jiruuf hundi keessanu irratti argamaa ለተመራቂ ተማሪዎች በሙሉ ዛሬ በትልቁ አድሚን አዳራሽ  ከ መዉጫ ፈተና ጉዳይ ጋር ተያይዞ ዛሬ 8:00…»
Kabajamtoota Ijjoolee biyya koo

Heyyama Waqayyoon fayyaa fi umrii argadhee guyyaa dhaloota koof gahuu danda'eera. Guyyaan kun anaaf guyyaa addaati.  Guyyaa dhaloota kootiinis rakkoo uumamaanis ta'ee rakkoo namtolcheen dhiiga dhabuun lammiilee rakkataniif hanga humni koo danda'uu tumsa gochuuf bitootessa 28 bara 2015 guyya sanbata sa'atii 2:00 jalqabe sagantaa dhiigaa arjoomuu magaalaa Jimmaa Adabaabaayii Abbajifarritti qopheessuuf qophii xummuraan jira.

Dhalli nama kan uumame dhala nama biroo gammachiisuuf waan ta'eef  sagantaa arjooma dhiigaa kana irratti argamuun obbolessa keessan akka gammachistan abdii guddaan qaba.

Kootta guyyaa dhaloota obbolessa keessanii kabajaa dhiigaa arjoomaa.

Giizaatuu Amaaree

Jimma
👍13🔥2
ከ jit Gc committee  ጋር በነበረው ውይይት ከፊታችን ባሉ ሁለት ተከታታይ ቅዳሜ ማለትም ቀን 3/10/2015 እና 10/10/2015 የ50 days left እና color days ለማክበር ተወስኗል ።

እነዚህን ቀናት ለማክበር ለሚያስፈልጉ ነገሮች እንዲሆን ወጭውን ለመቀነስ ሲባል በአንድ ነጭ ቲሸርት እና ለአስፈላጊ ወጪዎች  በ አንድ ተማሪ ለሁለቱም days 200 ብር እንዲሆን ተወስኗል ።

ይህንንም አስመልክቶ ያለን ጊዜ አጭር በመሆኑም ምክንያት ብሩን ለዚሁ አላማ ተብሎ በተቋቋመው ኮሚቴ አማካኝነት እሰከ ቀን ሰኞ ማለትም  28/09/2015 ድረስ ብቻ ከፍላችሁ እንድትጨርሱ እናሳስባለን ።


ማሳሰቢያ፦ የትኛውም ተማሪ ከተባለው ውጭ ማለትም ነጭ ቲሸርት ስላለኝ spray ቀቡልኝ  እና መሰል ጥያቄዎች የማናስተናግድ መሆኑን እንድታውቁ

- ባይንደር እና መፅሔት  ማሰራት ለምትፈልጉ  ተማሪዎች ለዚህ ዓላማ ተብሎ በተቋቋመው   GC ኮምቴ  ጋር አስፈላጊ ስራዎች እየተሰሩ ስለሆነ ለዚህም ጉዳይ ለሚያስፈልጉ ነገሮች ከወዲሁ እንድትዘጋጁ እናሳስባለን።
😁16👍111🤔1
Dear 3rd year UG regular students
This is to remind you that we are waiting you at JiT admin Hall-1. Please please hurry up to the hall.
👍2
Kabajamtootaaf jaallatamtoota barattoota keenya akkuma beekamu guyyaan barnoonni eegalu harra ture garuu barattoonni haga barbaadamuun waan daree barnootaatti hin argamneef harra irraa jalqabdanii akka daree barnootaatti argamtan kabajaan isin gaafanna galatooma.
Office of registrar irraa!

Yetakeberachu tamariwochachin indamitawekew class yamijemeribet qan zare inde hone yitawekal. honom gn tamariwoch weda class bemifalegew lik altegegnum silazih hulachihum kazarew jamirachu class magegnet inditigegnu be akbirot intayimalen
Ke registrar tsifet bet.
👍10💩71
Channel name was changed to «JiT Students Union 2016»
Baga ayyaana Irreessa Hora Dungeetiin is in gahe!
Akka ilaalcha Oromootti Uumaa uumamni marti ayyaana qaba haaluma kanaan Ayyaana Waaqaa, Ayyaana Namaa fi Ayyaana Uumamaa jedhamuun akaakuu sadiitti hiramu.
Ayyaanonni kunniin ammoo Ayyaana Mo'ii fi Ayyaana Galatoo jedhamuun bakka lamatti hidhamu.
Ayyaanotni Mo'ii: Ayyaana Aarsaa, Boorantichaa, Gindiikaa (Gindii-Hiikaa), Gijaaree, Urgooftuu fa'aa yeroo ta'an Ayyaanonni Galatoo ammoo: Taaboree, Ilillee, Ifaanoo, Irreecha, Ateetee, Birboo, Wadaajoo, Buttaa fi Cooraa jedhamu.
Egaa Ayyaanota kana keessaa Ayyaanni Irreechaa kan galateeffannaa fi araara Waaqa itti gaafatanidha.
Oromoon yoom akka Irreessa eegale beekamuu baatus garuu waggoota Kuma hedduu dura laga Mormor ykn Abbayya Gurraachatti akka Irreeffataa ture kitaabonni tokko tokko hi dubbatu.
Irreechi Hara Dungee akka lakk Habashaatti 2012 eegalame sana dura laga Booyyee fi malkaawwan kaanitti Irreeffatamaa ture.
Irreechi gosa baayyee qaba garuu warri ijoon Irreecha Malkaa, Irreecha Tulluu fi kan maatii waliin kabajamu Abdaarii (Mijjirii) dha.
Irreechi Birraa ji'oota Fulbaanaa hanga Sadaasaa keessa kan kabajamu yoo ta'u akka waaltinaatti Fulbaana gara dhumaa Masqala booda kabajama.
Oromoon Waaqa ganna keessa isa dabarsee Birraa bariisiseef galateeffachuuf akkasumas Bona dhufu akka gogiinsaa jalaa oolchu kadhatachuuf Malkaatti walarga.
Irreechi Tulluu ammoo ji'oota Bitootessa, Ebilaa fi Caamsaa keessa kabajama akka waaltinaatti Eebila gara dhumaa tulluutti bahee Waaqa bona nagaa godheef galateeffachuuf akkasumas ganna itti dhufaa jiru akka nagaan dabarsu kadhatata.
Kanaafuu Oromoon Irreeffannaan safeeffannaadha jedha kana jechuun akkumaan armaan olitti ibse harri, tulluun, mukti, margi hundi uumamaa waan ayyaana qabuuf ayyaana uumama kanaa Waaqa kadhata malee uumamatti sagaduu isaa miti.
Gumiin keessan, gaaddisti barattootaa fi hawaasa Oromoota mooraa keenyaa baga jala bultii Ayyaana Irreecha Hora Dungee kan bara 6417 tiin geessan isiniin jetti.
Boru barii sa'aa 12 dursuun Kiliinika fuulduratti, akka walgeenyuu kabajaan isin gaafanna !
👍105😁2
👍6😁3
British Council
Enabling University Peace education registeration will be held  through college representatives
For JIT JAMIL 0953079064
      HEALTH.  AMIR 0937273726
       SOCIAL. GIZALE
094 664 8319
BECO, Asfawn
091 693 3870
👍5