JiT Students Union pinned «Barattoota Gc hundaaf harra waare booda saati 8:00 irratti galma guddaa reejistaraalatti mata duree waae qormaata bahumsaarratti moora waliin mariin waan jiruuf hundi keessanu irratti argamaa ለተመራቂ ተማሪዎች በሙሉ ዛሬ በትልቁ አድሚን አዳራሽ ከ መዉጫ ፈተና ጉዳይ ጋር ተያይዞ ዛሬ 8:00…»
Kabajamtoota Ijjoolee biyya koo
Heyyama Waqayyoon fayyaa fi umrii argadhee guyyaa dhaloota koof gahuu danda'eera. Guyyaan kun anaaf guyyaa addaati. Guyyaa dhaloota kootiinis rakkoo uumamaanis ta'ee rakkoo namtolcheen dhiiga dhabuun lammiilee rakkataniif hanga humni koo danda'uu tumsa gochuuf bitootessa 28 bara 2015 guyya sanbata sa'atii 2:00 jalqabe sagantaa dhiigaa arjoomuu magaalaa Jimmaa Adabaabaayii Abbajifarritti qopheessuuf qophii xummuraan jira.
Dhalli nama kan uumame dhala nama biroo gammachiisuuf waan ta'eef sagantaa arjooma dhiigaa kana irratti argamuun obbolessa keessan akka gammachistan abdii guddaan qaba.
Kootta guyyaa dhaloota obbolessa keessanii kabajaa dhiigaa arjoomaa.
Giizaatuu Amaaree
Jimma

👍13🔥2
ከ jit Gc committee ጋር በነበረው ውይይት ከፊታችን ባሉ ሁለት ተከታታይ ቅዳሜ ማለትም ቀን 3/10/2015 እና 10/10/2015 የ50 days left እና color days ለማክበር ተወስኗል ።
እነዚህን ቀናት ለማክበር ለሚያስፈልጉ ነገሮች እንዲሆን ወጭውን ለመቀነስ ሲባል በአንድ ነጭ ቲሸርት እና ለአስፈላጊ ወጪዎች በ አንድ ተማሪ ለሁለቱም days 200 ብር እንዲሆን ተወስኗል ።
ይህንንም አስመልክቶ ያለን ጊዜ አጭር በመሆኑም ምክንያት ብሩን ለዚሁ አላማ ተብሎ በተቋቋመው ኮሚቴ አማካኝነት እሰከ ቀን ሰኞ ማለትም 28/09/2015 ድረስ ብቻ ከፍላችሁ እንድትጨርሱ እናሳስባለን ።
ማሳሰቢያ፦ የትኛውም ተማሪ ከተባለው ውጭ ማለትም ነጭ ቲሸርት ስላለኝ spray ቀቡልኝ እና መሰል ጥያቄዎች የማናስተናግድ መሆኑን እንድታውቁ
- ባይንደር እና መፅሔት ማሰራት ለምትፈልጉ ተማሪዎች ለዚህ ዓላማ ተብሎ በተቋቋመው GC ኮምቴ ጋር አስፈላጊ ስራዎች እየተሰሩ ስለሆነ ለዚህም ጉዳይ ለሚያስፈልጉ ነገሮች ከወዲሁ እንድትዘጋጁ እናሳስባለን።

😁16👍11❤1🤔1
Dear 3rd year UG regular students
This is to remind you that we are waiting you at JiT admin Hall-1. Please please hurry up to the hall.

👍2
Kabajamtootaaf jaallatamtoota barattoota keenya akkuma beekamu guyyaan barnoonni eegalu harra ture garuu barattoonni haga barbaadamuun waan daree barnootaatti hin argamneef harra irraa jalqabdanii akka daree barnootaatti argamtan kabajaan isin gaafanna galatooma.
Office of registrar irraa!
Yetakeberachu tamariwochachin indamitawekew class yamijemeribet qan zare inde hone yitawekal. honom gn tamariwoch weda class bemifalegew lik altegegnum silazih hulachihum kazarew jamirachu class magegnet inditigegnu be akbirot intayimalen
Ke registrar tsifet bet.

👍10💩7❤1
Baga ayyaana Irreessa Hora Dungeetiin is in gahe!
Akka ilaalcha Oromootti Uumaa uumamni marti ayyaana qaba haaluma kanaan Ayyaana Waaqaa, Ayyaana Namaa fi Ayyaana Uumamaa jedhamuun akaakuu sadiitti hiramu.
Ayyaanonni kunniin ammoo Ayyaana Mo'ii fi Ayyaana Galatoo jedhamuun bakka lamatti hidhamu.
Ayyaanotni Mo'ii: Ayyaana Aarsaa, Boorantichaa, Gindiikaa (Gindii-Hiikaa), Gijaaree, Urgooftuu fa'aa yeroo ta'an Ayyaanonni Galatoo ammoo: Taaboree, Ilillee, Ifaanoo, Irreecha, Ateetee, Birboo, Wadaajoo, Buttaa fi Cooraa jedhamu.
Egaa Ayyaanota kana keessaa Ayyaanni Irreechaa kan galateeffannaa fi araara Waaqa itti gaafatanidha.
Oromoon yoom akka Irreessa eegale beekamuu baatus garuu waggoota Kuma hedduu dura laga Mormor ykn Abbayya Gurraachatti akka Irreeffataa ture kitaabonni tokko tokko hi dubbatu.
Irreechi Hara Dungee akka lakk Habashaatti 2012 eegalame sana dura laga Booyyee fi malkaawwan kaanitti Irreeffatamaa ture.
Irreechi gosa baayyee qaba garuu warri ijoon Irreecha Malkaa, Irreecha Tulluu fi kan maatii waliin kabajamu Abdaarii (Mijjirii) dha.
Irreechi Birraa ji'oota Fulbaanaa hanga Sadaasaa keessa kan kabajamu yoo ta'u akka waaltinaatti Fulbaana gara dhumaa Masqala booda kabajama.
Oromoon Waaqa ganna keessa isa dabarsee Birraa bariisiseef galateeffachuuf akkasumas Bona dhufu akka gogiinsaa jalaa oolchu kadhatachuuf Malkaatti walarga.
Irreechi Tulluu ammoo ji'oota Bitootessa, Ebilaa fi Caamsaa keessa kabajama akka waaltinaatti Eebila gara dhumaa tulluutti bahee Waaqa bona nagaa godheef galateeffachuuf akkasumas ganna itti dhufaa jiru akka nagaan dabarsu kadhatata.
Kanaafuu Oromoon Irreeffannaan safeeffannaadha jedha kana jechuun akkumaan armaan olitti ibse harri, tulluun, mukti, margi hundi uumamaa waan ayyaana qabuuf ayyaana uumama kanaa Waaqa kadhata malee uumamatti sagaduu isaa miti.
Gumiin keessan, gaaddisti barattootaa fi hawaasa Oromoota mooraa keenyaa baga jala bultii Ayyaana Irreecha Hora Dungee kan bara 6417 tiin geessan isiniin jetti.
Boru barii sa'aa 12 dursuun Kiliinika fuulduratti, akka walgeenyuu kabajaan isin gaafanna !

👍10❤5😁2
British Council
Enabling University Peace education registeration will be held through college representatives
For JIT JAMIL 0953079064
HEALTH. AMIR 0937273726
SOCIAL. GIZALE
094 664 8319
BECO, Asfawn
091 693 3870

👍5
kabajamtoota barattoota keenya haaluma beeksisa kaleessa isiniif maxxansinetti warri leenji kana fudhachuu barbaaddan karaa gamtaa barattootaatiin galmaa'uu dandeessu. warri dhiiraa karaa lakkoofsa 0953079064 n bilbiltanii galmaa'uu dandeessu. warri dubartootaa karaa 0966832539 n bilbiltanii galmaa'uu dandeessu
👍3😁1
የተከበራቹ ተማሪዎቻችን በለቀቅነው ማስታወቅያ መሰረት መመዝገብ ምትፈልጉ ሰዎች በተማሪዎች ህብረት ብሮ መመዝገብ ትችላላቹ
ወንዶች በ 0953079064 ወይም
092 820 2628
0949271131
ሴቶች በ 0966832539
0923350997
ደዉላቹ ተመዝገቡ
ወንዶች በ 0953079064 ወይም
092 820 2628
0949271131
ሴቶች በ 0966832539
0923350997
ደዉላቹ ተመዝገቡ
👍6
guyyaan galmee kan xumuramu gaafa guyyaa 20/2/2016 ti
ምዝገባ የሚያልቀው በ ቀን 20/2/2016
ምዝገባ የሚያልቀው በ ቀን 20/2/2016
👍2
Guyyaan galmee leenjii kana harraaf boru qofa waan ta'eef daftanii akka galmooftan kabajaan isin gaafanna leenjiin kun baayyee isin fayyada aballillee kan qabu waan taheef itti fayyadamaan dhaamsa keenya
🥰3💩2
የምዝገባ ቀን ዛሬና ነገ ብቻ ነው ስለሆነም ይህ ስልጠና ስለምጠቅማቹና አበልም ስላለው በቶሎ ተመዝገቡ
💩9
jimma institute of technology 2016 Charity Club's First Act of Kindness.
jimma inistiitiyuuti teknolojii 2016 Kilabii tola ooltummaa Gocha tola ooltummaa Jalqabaa

የጅማ የቴክኖሎጂ ኢንስቲትዩት 2016 የበጎ አድራጎት ክለብ የመጀመሪያ የደግነት ተግባር.❤21👍8