JiT Students Union – Telegram
JiT Students Union
6.88K subscribers
711 photos
16 videos
70 files
167 links
Jit SU is the voice of jit students, serving as link between student and the Institute.
Download Telegram
kabajamtoota barattoota keenya haaluma beeksisa kaleessa isiniif maxxansinetti warri leenji kana fudhachuu barbaaddan karaa gamtaa barattootaatiin galmaa'uu dandeessu. warri dhiiraa karaa lakkoofsa 0953079064 n bilbiltanii galmaa'uu dandeessu. warri dubartootaa karaa 0966832539 n bilbiltanii galmaa'uu dandeessu
👍3😁1
የተከበራቹ ተማሪዎቻችን በለቀቅነው ማስታወቅያ መሰረት መመዝገብ ምትፈልጉ ሰዎች በተማሪዎች ህብረት ብሮ መመዝገብ ትችላላቹ
ወንዶች በ 0953079064 ወይም
092 820 2628
0949271131
ሴቶች በ 0966832539
0923350997
ደዉላቹ ተመዝገቡ
👍6
guyyaan galmee kan xumuramu gaafa guyyaa 20/2/2016 ti
ምዝገባ የሚያልቀው በ ቀን 20/2/2016
👍2
Guyyaan galmee leenjii kana harraaf boru qofa waan ta'eef daftanii akka galmooftan kabajaan isin gaafanna leenjiin kun baayyee isin fayyada aballillee kan qabu waan taheef itti fayyadamaan dhaamsa keenya
🥰3💩2
የምዝገባ ቀን ዛሬና ነገ ብቻ ነው ስለሆነም ይህ ስልጠና ስለምጠቅማቹና አበልም ስላለው በቶሎ ተመዝገቡ
💩9
Iddoon galmee biiroo gamtaa barattooti
የ ምዝገባ ቦታ የተማሪዎች ህብረት ቢሮ
jimma institute of technology  2016 Charity Club's First Act of Kindness.

jimma inistiitiyuuti  teknolojii 2016 Kilabii tola ooltummaa Gocha tola ooltummaa Jalqabaa

የጅማ የቴክኖሎጂ ኢንስቲትዩት 2016 የበጎ አድራጎት ክለብ የመጀመሪያ የደግነት ተግባር.
21👍8
Huawei ICT Academy

For those of you who don't know about this online platform.It is an online learning platform that is unique in that the courses it provides mainly focus on fields like networking,cloud computing,storage,Big Data and AI. It also has some programming courses like python.

The courses provided are supplied by Huawei  This means students are going to be certified by this well known and credible company that even its the first choice/supplier for telecom and safari com.
👍42
Continue.....

The thing is that this courses are going to be provided for campus students in developing countries like ours. Which usually cost around $500 dollars.This certificates provided are just a huge benefit students a little google search to back this up. Not only that there are many incentive programs to encourage and motivate students.

There are also competitions that are held annually with great prizes. They could be innovation or based on the perceived intellectual ability of students who participate.

For any one interested :
Huawei Ethiopia Students tele group : https://news.1rj.ru/str/HuaweiICTexam

Huawei Jimma Students tele group: https://news.1rj.ru/str/huaweiunijimma

Huawei ICT Academy website: https://e.huawei.com/en/talent/portal/#/

CALL and ASK : +251972458984 for more information
Inbox : @Yehualu_b
👍91
‼️BREAKING NEWS
👍2🤯1
"Kunoo garaa ogeessa oduu gammachiisaa hawwu."

Warra ogbarruu fi taphaaf fedhii qabdan hundaaf yeroo dhiyootti moraa kenyaati qophiin guddaan ni qophaa'a Halkan ogbarruu, warri taphaafi (diraamaa,tiyaatira, walaloo, duudhaa) damee ogbarruu biroo irratti hirmaachuu barbaaddan, wayinii  ogummaa garaa guutuun haa dhugnu. Isin affeerramtaniittu! Yoo fedhii qabaattan sarara bilbilaa armaan gadii kanaan nu qunnamuu dandeessu Bilbiluun galmaa'uu dandeessu.




📞Bilbila
0909565353
0926284152
0936131432
👍71
Dear students, we are excited to announce that all tech enthusiasts from Jimma University Institute of Technology are invited to join the Tech Club! By filling out the Google Form provided below, you can become a part of our tech club and embark on a journey of exploration and growth together, pushing the boundaries of knowledge.

https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSd5CX3G2PHueOV3f5RroO_NcHNTY7xsZjxEQc40jdPq46oIBA/viewform
👍82