JiT Students Union – Telegram
JiT Students Union
6.88K subscribers
711 photos
16 videos
70 files
167 links
Jit SU is the voice of jit students, serving as link between student and the Institute.
Download Telegram
Baga ayyaana Irreessa Hora Dungeetiin is in gahe!
Akka ilaalcha Oromootti Uumaa uumamni marti ayyaana qaba haaluma kanaan Ayyaana Waaqaa, Ayyaana Namaa fi Ayyaana Uumamaa jedhamuun akaakuu sadiitti hiramu.
Ayyaanonni kunniin ammoo Ayyaana Mo'ii fi Ayyaana Galatoo jedhamuun bakka lamatti hidhamu.
Ayyaanotni Mo'ii: Ayyaana Aarsaa, Boorantichaa, Gindiikaa (Gindii-Hiikaa), Gijaaree, Urgooftuu fa'aa yeroo ta'an Ayyaanonni Galatoo ammoo: Taaboree, Ilillee, Ifaanoo, Irreecha, Ateetee, Birboo, Wadaajoo, Buttaa fi Cooraa jedhamu.
Egaa Ayyaanota kana keessaa Ayyaanni Irreechaa kan galateeffannaa fi araara Waaqa itti gaafatanidha.
Oromoon yoom akka Irreessa eegale beekamuu baatus garuu waggoota Kuma hedduu dura laga Mormor ykn Abbayya Gurraachatti akka Irreeffataa ture kitaabonni tokko tokko hi dubbatu.
Irreechi Hara Dungee akka lakk Habashaatti 2012 eegalame sana dura laga Booyyee fi malkaawwan kaanitti Irreeffatamaa ture.
Irreechi gosa baayyee qaba garuu warri ijoon Irreecha Malkaa, Irreecha Tulluu fi kan maatii waliin kabajamu Abdaarii (Mijjirii) dha.
Irreechi Birraa ji'oota Fulbaanaa hanga Sadaasaa keessa kan kabajamu yoo ta'u akka waaltinaatti Fulbaana gara dhumaa Masqala booda kabajama.
Oromoon Waaqa ganna keessa isa dabarsee Birraa bariisiseef galateeffachuuf akkasumas Bona dhufu akka gogiinsaa jalaa oolchu kadhatachuuf Malkaatti walarga.
Irreechi Tulluu ammoo ji'oota Bitootessa, Ebilaa fi Caamsaa keessa kabajama akka waaltinaatti Eebila gara dhumaa tulluutti bahee Waaqa bona nagaa godheef galateeffachuuf akkasumas ganna itti dhufaa jiru akka nagaan dabarsu kadhatata.
Kanaafuu Oromoon Irreeffannaan safeeffannaadha jedha kana jechuun akkumaan armaan olitti ibse harri, tulluun, mukti, margi hundi uumamaa waan ayyaana qabuuf ayyaana uumama kanaa Waaqa kadhata malee uumamatti sagaduu isaa miti.
Gumiin keessan, gaaddisti barattootaa fi hawaasa Oromoota mooraa keenyaa baga jala bultii Ayyaana Irreecha Hora Dungee kan bara 6417 tiin geessan isiniin jetti.
Boru barii sa'aa 12 dursuun Kiliinika fuulduratti, akka walgeenyuu kabajaan isin gaafanna !
👍105😁2
👍6😁3
British Council
Enabling University Peace education registeration will be held  through college representatives
For JIT JAMIL 0953079064
      HEALTH.  AMIR 0937273726
       SOCIAL. GIZALE
094 664 8319
BECO, Asfawn
091 693 3870
👍5
kabajamtoota barattoota keenya haaluma beeksisa kaleessa isiniif maxxansinetti warri leenji kana fudhachuu barbaaddan karaa gamtaa barattootaatiin galmaa'uu dandeessu. warri dhiiraa karaa lakkoofsa 0953079064 n bilbiltanii galmaa'uu dandeessu. warri dubartootaa karaa 0966832539 n bilbiltanii galmaa'uu dandeessu
👍3😁1
የተከበራቹ ተማሪዎቻችን በለቀቅነው ማስታወቅያ መሰረት መመዝገብ ምትፈልጉ ሰዎች በተማሪዎች ህብረት ብሮ መመዝገብ ትችላላቹ
ወንዶች በ 0953079064 ወይም
092 820 2628
0949271131
ሴቶች በ 0966832539
0923350997
ደዉላቹ ተመዝገቡ
👍6
guyyaan galmee kan xumuramu gaafa guyyaa 20/2/2016 ti
ምዝገባ የሚያልቀው በ ቀን 20/2/2016
👍2
Guyyaan galmee leenjii kana harraaf boru qofa waan ta'eef daftanii akka galmooftan kabajaan isin gaafanna leenjiin kun baayyee isin fayyada aballillee kan qabu waan taheef itti fayyadamaan dhaamsa keenya
🥰3💩2
የምዝገባ ቀን ዛሬና ነገ ብቻ ነው ስለሆነም ይህ ስልጠና ስለምጠቅማቹና አበልም ስላለው በቶሎ ተመዝገቡ
💩9
Iddoon galmee biiroo gamtaa barattooti
የ ምዝገባ ቦታ የተማሪዎች ህብረት ቢሮ
jimma institute of technology  2016 Charity Club's First Act of Kindness.

jimma inistiitiyuuti  teknolojii 2016 Kilabii tola ooltummaa Gocha tola ooltummaa Jalqabaa

የጅማ የቴክኖሎጂ ኢንስቲትዩት 2016 የበጎ አድራጎት ክለብ የመጀመሪያ የደግነት ተግባር.
21👍8
Huawei ICT Academy

For those of you who don't know about this online platform.It is an online learning platform that is unique in that the courses it provides mainly focus on fields like networking,cloud computing,storage,Big Data and AI. It also has some programming courses like python.

The courses provided are supplied by Huawei  This means students are going to be certified by this well known and credible company that even its the first choice/supplier for telecom and safari com.
👍42
Continue.....

The thing is that this courses are going to be provided for campus students in developing countries like ours. Which usually cost around $500 dollars.This certificates provided are just a huge benefit students a little google search to back this up. Not only that there are many incentive programs to encourage and motivate students.

There are also competitions that are held annually with great prizes. They could be innovation or based on the perceived intellectual ability of students who participate.

For any one interested :
Huawei Ethiopia Students tele group : https://news.1rj.ru/str/HuaweiICTexam

Huawei Jimma Students tele group: https://news.1rj.ru/str/huaweiunijimma

Huawei ICT Academy website: https://e.huawei.com/en/talent/portal/#/

CALL and ASK : +251972458984 for more information
Inbox : @Yehualu_b
👍91